Acts 4:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosii fi Yohaannis ammoo deebisanee, “Waaqaaf ajajamiisa irra isiniif ajajamiis Waaqa duratti sirri'ii? Me isinuu mura'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri waan jed'eeni, Isaniyu ilaala, dubbi teesani mo ta Waaqa ch'aqamna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo deebiseefii, “Dubbii teessan moo ta Waaqaa caqamna? Isanuu laallaa fuula Waaqaa durratti tamti irra qajeela!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis ammo deebisanii, «Rabbiin dhagayuu caalaa isin dhagayuun barbaachisaa akka ta'e isinumti murteessaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosii fi Yohaannis ammoo deebisanii, «Rabbiin dhagayuu caalaa isin dhagayuun barbaachisaa akka ta'e isinumti murteesaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexirosii fi Yohaannis garuu akkana jechuun isaanii ni deebisan, «Waaqaaf ajajamuu irra isiniif ajajamuun, Waaqa duranatti waan malu ree? Mee isin mataan keessanuu murteessaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis ammoo deebisanee, «Waaqaaf ajajamiisa irra isiniif ajajamiis Waaqa duratti sirri'ii? Me isinuu mura'a.