Acts 4:2 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti lamaan akka Yesuus du'aa ka'ee fi worri du'elle akka du'aa ka'u waan kolbaa barsiisaneef, jarri tun isaanitti aarte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Waan Petrofi Yohanani maro kaisa Yesotiifi, Nami due inkaa jed'ani barsiisaniifi,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan phexrosii fi Yoh. aannis marroo ka'iisa Yesusitiif namii du'e inka'a jedhanii barsiisaniif, warrii itti aaree
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
dura bu'oonni mana woyyu'uutii fi Saduuqoonni aaranii isaan qaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ergamittoonni lamaan du'aa ka'iinssaa Yesusii ummataa barsiisuu isaaniitii fi kanaan'llee du'iinssi jiraachuu hubachiisuu isaaniitiin, ni dallanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti lamaan akka Yesuus du'aa ka'ee fi worri du'elle akka du'aa ka'u waan kolbaa barsiisaneef, jarri tun isaanitti aarte.