Acts 4:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan ifii dhagginee fi dhageenne himiisa hin lakkinnu” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nu waan d'ageenne argine kana d'ossu indandeenu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif nu waan arginnee dhageenne kana dhossuu hindandeennu” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu waan arginee fi ka dhageenne himuu dhiisuu hin dandeennu» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu waan arginee fi ka dhageenne himuu dhiisuu hin dandeennu» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu ammoo waan arginee fi dhageenne dubbachuu keenna hin dhiifinnu» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan ifii dhagginee fi dhageenne himiisa hin lakkinnu» jedhane.