Acts 4:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Korri mura'aa jabeessee isaanitti seeree akkanumaan isaan gad lakkise; kolbaan duudiin sababa bilbaasa te'eetiif waan Waaqa leellisiisatti jirtuuf, karaa dande'anee isaan adabanu hin dhagganne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba kori kaani maro nami ch'ufti waan argeefi Waaqa faarseefi, waan worra tolchu d'abe iti seere galakise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba korii kaan marroo namii cuftii, waan argeef Waaqaa faarseef, waan warra tolchu dhabee itti seeree galakkise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan attamitti akka isaan adaban sababaa waan isaan irraa dhabaniif ammallee baanata'aa banii sodaatanii isaan hiikan. wonti waan kana godhaniif namoonni maruu waan ta'e saniif Rabbiin kabajja'aa waan turaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee attamitti akka isaan adaban sababaa waan isaan irraa dhabaniif ammallee baanata'aa banii sodaatanii isaan hiikan. Namoonni maruu waan ta'e saniif Rabbiin kabajja'aa waan turaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni ummataatii fi miseensonni yaaii'ii, Phexirosii fi Yohaannisiin wonitti adabssisuu sababaa woyiituu argachuu dhabuu isaaniitiin, ummata'llee waan sodaataniif, irra deebi'anii ufi eeggachiisanii isaan gad ni dhiisan, kana'llee ka raawwatan, ummanni waan ta'e maraanuu Waaqa ni galatteeffata waan turaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Korri mura'aa jabeessee isaanitti seeree akkanumaan isaan gad lakkise; kolbaan duudiin sababa bilbaasa te'eetiif waan Waaqa leellisiisatti jirtuuf, karaa dande'anee isaan adabanu hin dhagganne.