Acts 4:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi bilbaasi kun irratti hujame woggaan isaa afurtama caala.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi fayyisani kaani ganni isaa afurtama ira jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namicha akka mamaatiin fayyisan kaan gannii isaa afurtama irra jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maalaleen fayyinnaa ta'eef kun nama woggaa afurtamaa oliiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni maalaleen fayyinnaa ta'eef kun nama woggaa afurtamaa oliiti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baasa kanaan ka fayye namicha sun, umriin isaa woggaa afurtamaa ol ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi bilbaasi kun irratti hujame woggaan isaa afurtama caala.