Acts 4:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosii fi Yohaannis akkuma gad lakkiffamaneen, gara jara ifii deebi'anee waan moototi hayyootaatii fi jaarsoleen Yihudootaa isaaniin jedhane itti himane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi gallakisani, worri gumiti dachae, waan qaalole gugurdofi jaaroleeni worraani jette ch'ufa gumiti hasaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexrosii fi Yoh. aannis akkuma gadhiisaniin, gara gumiii isaanii dachaa; anii waan qaallolee gugurdoo fi jaarroleen jetteen cufaa gumiitti haasa'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis hiikkamanii gara worra isaanii dhaqanii waan bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni isaaniin jedhan maraa isaanitti himan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hiikkamanii gara worra isaanii dhaqaniiti waan bulchoonni gadootaatii fi manguddoonni isaaniin jedhan maraa isaaniti himan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexirosii fi Yohaannis'llee gad dhiifamanii gara waahellan isaanii yeroo deebi'antti, itti gaafatamoota qeesotaatii fi jaarsotiin worra Yihudotaa waan isaaniin jedhan maraa, isaanitti ni himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosii fi Yohaannis akkuma gad lakkifamaneen, gara jara ifii deebi'anee waan sooreyyiin hayyootaatii fi jaarsoleen Yihudootaa isaaniin jedhane itti himane.