Acts 4:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Dhugumaan qachaa kana keessatti Heroodisii fi Ponxoos Philaaxoos, worra Yihudoota hin te'inii fi kolbaa Israa'elii woliin, tajaajilaa keeti Woyyicha, ka ati Masiihii goote Yesuusitti ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira kana keesati Herodefi Pontio Pilatoni gosa d'ibiifi gosa Israelitiini wold'aqani, aka Yeso, hojattu tante qulqullo, ta atini Kristo tolchite ijeesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Dhugumaa diruma kana keessaattuu Herodis, Phonxos philaaxos, gosa warra Waaqaa hinta'inii fi gosa Isra'elii waliin akka hojjataa kankee qulqulloo Yesus, ka atin muudde hadhan la walii galan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma kee woyyuu dibame Yesuusiin irratti Heroodisii fi Pheenxenichi Philaaxoos banii Yihuudota hin taanee fi Israa'eliin wolii galanii isatti baanatan;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ilma kee woyyuu dibame Yesuusiin irratti Heroodisii fi Pheenxeenichi Philaaxoos banii Yihuudota hin taanee fi Isiraa'eliin woliin,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dugamaanuu Heerodisii fi Pheenxanaawichi Philaaxos, ummataa Waaqa dhugaa titti hin amannee fi ummata Israa'eelii woliin magaalaa kanatti wol gayanii, Masihicha ka taasiseen tajaajilaa Qulqullu'uun, Yesusiin irratti ni ka'an,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhugumaan qachaa kana keessatti Heroodisii fi Phonxoos Philaaxoos, worra Yihudoota hin te'inii fi kolbaa Israa'elii woliin, tajaajilaa keeti Woyyicha, ka ati Masiihii goote Yesuusitti ka'ane.