Acts 4:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan waan ati hunna teetii fi fedhii teetiin akka teetuuf murteertu muummessane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri wold'aqe aka waan ch'ufa ka atini harka kanketiifi fed'i tantetiini qara buufatte tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii akka waan cufaa ka atin qaraa irree teetii fi fedhii teetiin buufatte tolchuuf walitti qabame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee wonti ta'eef harki keetii fi yaanni kee banii Israa'elii woliin akka ta'u akkuma duraan dursanii murteessan maraa raawwachu'uuf qachaa kanatti wol gayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Harki keetiif yannii kee banii Isiraa'elii woliin akka ta'u akkuma duraan dursaanii murteessan maraa raawwachu'uuf qachaa kanatti wol gayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkana'llee ka ta'eef ati durssitee huminna mataa keetiitii fi fedhii keetiin, ka karoorffatte raawwachu'uuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan ati hunna teetii fi fedhii teetiin akka teetuuf murteertu muummessane.