Acts 4:3 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marre isaan Pheexroosii fi Yohaannis qabanee, latti waan dhiiteertuuf haga bariitu mana hidha'aa galchane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petrofi Yohana qaqabani mana hid'aansa keesa kayani, waan lafti galgalooftefi haga boriyya achuma keesati lakisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexrosii fi Yoh. aannis qaqabanii mana hidhaatti naqanii, waan laftii galgaloofteef haga boriyyaa achuma keessatti lakkisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaan sun waan dhiyeeruuf haga lafti bari'uuf isaan hidhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf yeroon dhiiyee waan jiruuf isaan qabanii haga guyyaa itti aanee jiruu titti, mana hidhaa keessa akka turan isaan ni taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan Pheexroosii fi Yohaannis qabanee, latti waan dhiiteertuuf haga bariitu mana hidha'aa galchane.