Acts 4:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa maqaa tajaajilaa keeti woyyicha Yesuusiitiin dhibee irraa akka fayyanu, baasaa fi bilbaasi akka godhamu harka keeti diriirsi” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka kanke d'eerefad'u, nama fayyisi, aka akheekha waan mama maqa Hojattu tante qulqullo Yesotiini tolchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Harka kankee dheerefadhuu, nama fayyisi, akka akeeka fi waan mamaa maqaa hojjataa kankee qulqulloo Yesustiin tolchani!” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fayyisu'uuf yoo harka kee diriirsite hennaa maqaa Ilma kee woyyicha Yesuusiitiin maalaleenii fi baafni ta'u hojjattoonni tee karaa ifa ta'een dubbii kee guutuu akka dubbatan isaanii kenni.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fayyisu'uuf harka kee yoo diriirsite hennaa maqaa Ilma kee woyyicha Yesuusiitiin maalaleenii fi baafni ta'u hojjattoonni tee akka karaa ifa ta'een dubbii kee guutuu akka dubbatan isaanii kenni.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ilma kee Qulqulluu maqaa Yesusiitiin dhukkubsattoonni akka fayyanii fi baasaa fi wonittoonni maalale'ee'llee akka raawwataman, harka kee diriirssi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa maqaa tajaajilaa keeti woyyicha Yesuusiitiin dhibee irraa akka fayyanu, baasaa fi bilbaasi akka godhamu harka keeti diriirsi» jedhane.