Acts 4:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugeeffattooti martinuu yaadaa fi gadhaa tokkoon jiraniiyyu. Isaan keessaa nami tokkolle, “Kun kiyya” waan jedhu hin qabuuyyu; isaan waan qabanu mara wolumaan qabaniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini d'ugefatte suni ch'ufti nama garaa tokotiifi qalbi tokoti. Nami tokoleeni waan qabuuni kiyya injenne, ammo waan qabani ch'ufa gargari qoodatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumii dhugeeffatte sun cuftii nama garaa tokkotii fi qalbii tokkoti. Namii tokkoolleen waan qabuun kiyya hinjennee, ammoo waan qaban cufaa gargarii qoodatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri amanan garaa tokko fi yaada tokko qaban. Wonti isaan qaban maruu ka woliiti malee, ka qaban keessaa eennullee kiyya jedhee hin dubbatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri amanan garaa tokko fi yaada tokko qaban. Wonti isaan qaban martinuu ka woliiti malee, ka qaban keessaa eennullee kiyya jedhee hin dubbane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amanttoonni marrinuu yaada tokkoo fi onnee tokko'llee ni qaban ture, naminni kum'llee «Kun kiyya» kun kiyya waan jedhu womaayyuu hin qabu ture, jidduu isaanii titti wonitti marrinuu ka wolii ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugeeffattooti martinuu yaadaa fi gadhaa tokkoon jiraniiyyu. Isaan keessaa nami tokkolle, «Kun kiyya» waan jedhu hin qabuuyyu; isaan waan qabanu mara wolumaan qabaniiyyu.