Acts 4:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
ergantootatti kennaniiyyu; ergantootille akka barbaachisaa te'etti beesee tokko tokkoofuu qoqoodaniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
harka ergattuti kenna; duuba hori kaani nama ch'ufaa gargari qoodani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
harka ergamtootaa kenna; horii kaan duuba nama cufaa akkuma innii fedhuu gula gargarii qoodan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
luka ergamtootaa jala kaayan; haguma isaan barbaadan isaanii kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
luka ergamtootaa jala kaayan. Maraayyuu akkuma isaan barbaadanitti qoodan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qarshii'llee fidanii ergamittootatti ni kennan turan. Tokko tokkoo isaaniitiif'llee akka barbaachisummaa isaa titti, adda ni qoodaman turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ergantootatti kennaniiyyu; ergantootille akka barbaachisaa te'etti beesee tokko tokkoofuu qoqoodaniiyyu.