Acts 4:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Lewwichi tokko, ka Yoseef jedhamu, Qophiroositti ka dhalate, ka ergantooti “Baarnaabaas” jettee waantu tokko jiraayyu; akkas jechuun “Ka nama jajjabeessu” jechu'u;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi toko ka Yusufu jed'ani, ka ergattuuni Barnaba jettuuni (Nama nama jabeesu jechu), ka gosa Lawi, ka lafa Kipro,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namicha gosa Lawwii ka lafa Qophrosiitti dhalate, ka Yoseef jedhan tokkotti, ka ergamtootii “Baarnaabas” jettuun, jira; akkasi jechuun “Ilma nama jajabeessu” jechuu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef nama biyya Qophiroosii ka dhalootaan gosa Leewwi'ii ka ergamtoonni, «Barnaabaas» jedhaniin tokkotu ture. Barnaabaas jechuun, «Ilma booharti'ii» jechu'u;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yooseef nama biyya Qophiroosii ka dhalootaan gosa Leewwi'ii ka ergamoonni, «Barnaabaas» jedhaniin tokkotu ture. Barnaabaas jechuun, «Ilma booharti'ii» jechu'u;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhalataa biyya Qophiroos ka ta'e, Yooseef ka jedhamu Leewicha tokkotuu jira ture, ergamittoonni «Baarnaabaas» jedha'aa ni waamaniin ture, hiikkaan isaa'llee, «Ilma obissiinssaa» jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwichi tokko, ka Yoseef jedhamu, Qophiroositti ka dhalate, ka ergantooti «Baarnaabaas» jettee waantu tokko jiraayyu; akkas jechuun «Ka nama jajjabeessu» jechu'u;