Acts 4:6 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra wolitti qabame san keessa hayyichi guddaan Haannaas, Qayyaafaan, Yohaannis, Iskindrosii fi maatiin Hayyicha gudda'aalle achi jiran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anasi Qaallicha Guddafi Kayafafi Yohanafi Iskandafi worra d'ibi ka fiit'a Qaallicha Guddatini wolwoldaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haannaa Qaallicha Guddaa, Qayyaafaa, Yoh. aannis, Iskindrosii fi warra dhibii ka fiixaa Qaallicha Guddatiin walitti dhufan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bulchaa gadootaa Haannaanii fi Qayyaaffaan, Yohaannisii fi Iskindiroos maatiin bulchaa gadootaa maruu achitti wol gayanii turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota wol gayan keessaa'llee itti gaafatamaan qeesotaa Haannaa fi Qayyaafaan, Yohaannisii fi Iskindroos, maatiin itti gaafatamaa qeesotaa marri'llee isaan keessatti ni argaman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra wolitti qabame san keessa hayyichi guddaan Haannaas, Qayyaaffaan, Yohaannis, Iskindrosii fi maatiin Hayyicha gudda'aalle achi jiran.