Acts 4:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan Pheexroosii fi Yohaannis ifiin dura dhabbachiisanee, “Hunna maaniitiin yookiin maqaa eennuutiin Kana gootane?” jedhanee gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petrofi Yohana jiddu worra keesa d'aabani waan jed'aniini, Humna tamiini yokhaani maqa eenutiini waan kana tolchitani?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Phexrosii fi Yoh. aannis fuula warraa duraatti yaasanii, “Humna tamiin yokaan maqaa eenuutiin waan kana tolchitani?” jedhanii gaafatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Pheexroosii fi Yohaannisiin banii wodhakkaa dhaabsisanii, «hunna kamiin yookaan maqaa eennuutiin isin waan kana gootan?» jedhaanii isaan gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee Pheexroosii fi Yohaannisiin banii wodhakaa dhaabsisanii, «hunna kamiin yookan maqaa eennuutiin isin waan kana gootan?» jedhaanii isaan gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee ergamittoota lamaan jidduu isaanii dhaabachisanii, «Kana ka raawwattan huminna maali'iitiin yookiin maqaa eennuutiin?» jechu'uun, isaan ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Pheexroosii fi Yohaannis ifiin dura dhaabbachiisanee, «Hunna maaniitiin yookiin maqaa eennuutiin Kana gootane?» jedhanee gaafatane.