Acts 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos Ayyaana Woyyichaan guutamee, “Isin bulchitooti kolba'aatii fi jaarsoleen,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Petroni Lubbu Qulqullooni guutamnaani waan worraani jed'e, Shumootaafi jaarole gosa Israeli,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros Hafuura Qulqulloon guutamnaan warraan, “Shuumootaa fi jaarrolee biyyaa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Pheexroos Ayyaana Woyyu'uun guuttamee akkana isaaniin jedhe, «Isin bulchoonni biyyaatii fi manguddoonni,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san Pheexroos Ayyaana Woyyu'uun guuttamee akkana isaaniin jedhe, «Isin bulchoonni biyyaatii fi manguddoonni,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti Phexiros Hafuura Qulqulluun guuttamee akkana jechuun isaanii ni deebise, «Isin yaa itti gaafatamoota ummataa fi jaarsotaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos Ayyaana Woyyichaan guutamee, «Isin bulchitooti kolba'aatii fi jaarsoleen,