Acts 4:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
marroo waan dansaa namicha naafa kanaaf godhamee nu gaafattanii? Ka isa fayyiselle eennu akka te'e nu gaafattanii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani guyya kana waan huji dansa ta nu tolchine, namicha naafa kana fayyimne nu qortani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
isan yo guyyaa kana waan hujii dansaa ta nu tolchinnee, namicha naafa kana fayyimne nu qortanii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu ammo nama naafa kanaaf wonti mishaan godhame maali'iin akka fayye yoo qorre,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu ammoo nama naafa kanaaf wonti mishaan godhame maali'iin akka fayye yoo qorre,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u adha ka gaafataminnu namicha naafa tokkoof waayee waan isaaf taasfame, waayee hujii misha'aatii fi haala attamiitiin akka fayye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
marroo waan dansaa namicha naafa kanaaf godhamee nu gaafattanii? Ka isa fayyiselle eennu akka te'e nu gaafattanii?