Acts 5:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi Anaaniyaa jedhamu tokko jiraayyu; inni haadha manaa ifii Safiiraa woliin lafa qabanu takka gurgurate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namicha toko jira, ka Anania jed'ani, niitiini isaa Safira. Inni oobru toko gurgurate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namicha Anaaniyas jedhan tokkotti, jira; innii niitii isaa Safiiraan walii galee oobruu ufii gurguratee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi Hannaaniyaa jedhamu haadha manaa Saphiiraa jedhamtu woliin lafa gurgure.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi Hannaaniyaa jedhamu haadha manaa Saphiiraa jedhamtu woliin lafa gurgure.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Anaaniyaa ka jedhamu naminni tokko haadha worraa isaa Sappiiraa woliin ta'ee lafa ni gurgure,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi Anaaniyaa jedhamu tokko jiraayyu; inni haadha manaa ifii Safiiraa woliin lafa qabanu takka gurgurate.