Acts 5:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wolde'ooti kiristaanaatii fi worri waan kana dhage'ane duudiin bararaqane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi Waaqatiifi nami waan kana d'agaye ch'ufti guddo sodaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiii mana Waaqaatii fi namii waan kana dhaga'e cuftii guddoo sodaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woldaan Kiristaanaa maraa fi worri waan kana dhagayan maruu guddisanii sodaatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woldaa Kiristaanaa maraa fi worri waan kana dhagayan maruu guddisanii sodaatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Waaqeffanna'aa maraa fi namoota waan kana dhagayan mara irrattuu, sodaan ol aanaan ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wolde'ooti kiristaanaatii fi worri waan kana dhage'ane duudiin bararaqane.