Acts 5:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra dhibii keessaa isaanitti makamiisaaf ka itti game tokkolle hin jiru; te'ulle kolbaan isaan ulfeessitiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti ch'ufti waan dansuma worraa dubbate, ammo maro sodaatiifi nami tokoleeni worraati daramu dad'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Biyyitii cuftii waan dansuma warraa dubbatee, ammoo marroo sodaatiif namii tokkoolleen warraatti daraamuu dadhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaawwan keessaa tokkollee ka isaan gargaaruu uggee hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kaawwan keessaa tokkollee ka isaan gargaaruu uggee hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota isaaniin ala ta'an keessaa tokkochumaan'llee isa woliin ta'uuf, ka uggu hin turre, haa ta'u malee ummanni isaan ni kabaja ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dhibii keessaa isaanitti makamiisaaf ka itti game tokkolle hin jiru; te'ulle kolbaan isaan ulfeessitiiyyu.