Acts 5:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Pheexroos karaa san dabaru gaaddidduumaan isaalle isaan keessaa tokko tokko akka tuxxuuf, worra dhibameeru taqe'ee fi itille'een fidanee karaa irra keyane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi nama fayyad'abe sireefi itile ira ch'iifsisani karaati geesani, aka yo Petroni achi dabru gandiduni isaa worra ira baatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo tanaaf akka yo Phexros achiin dabru gandiduun isaa nama garii irra baatu, nama fayya dhabe siree fi itillee irra ciifsisanii karaatti geessani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hennaa Pheexroos worra dhibaman bira lufu akka gaaddidduun isaa isaan fayyisu namoota wosaasa'aa fi ittillee irra raasaa ciibsa'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu hennaa Pheexroos worra dhibaman bira lufu akka gaaddidduun isaa isaan fayyisu namoota wosaasa'aa fi ittillee irra raasaa ciibsa'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee dhukkubsattoota baayi'ee gara karaa baasa'aa, sire'ee fi wosaasaa irra'llee isaan ni ciibissan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Pheexroos karaa san dabaru gaaddiddummaan isaalle isaan keessaa tokko tokko akka tuxxuuf, worra dhibameeru taqe'ee fi itille'een fidanee karaa irra keyane.