Acts 5:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan qachoota adaala Yerusaalemii jiranu, worra dhibameeruu fi worra ayyaana hama'aan qabameeru fidane; isaan martinuu fayyine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hedduuni Yerusalemufi dira d'awatu Yerusalemuti yae, nama fayyad'abefi ka jinni hamtu qabu worratiini d'ufani; nama ch'ufa fayyisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii hedduun Yerusaalemii fi dira dhaattuu Yerusaalemiitti yaa'ee, nama fayya dhabee fi ka jinnii hamtuu qabu warratiin dhufee, nama cufaa fayyisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ammo qachaa naannoo Yerusaalemii jirtu maraa keessaa dhibamtotaa fi worra ayyaana batti'iin rakkatan fida'aa namoonni hedduu wol gaya'aa turan; worri achi dhaqanillee hin fayyan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ammoo qachaa naannoo Yeruusaalemii jirtu maraa keessaa dhibamtotaa fi worra ayyaana batti'iin rakkatan fida'aati namoonni hedduu wol gaya'aa turan; worri achi dhaqanillee hin fayyan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni maagaalota naannoo Yerusaalemii jiranii irraa dhukkubsatoota isaaniitii fi worra hafuura battiiwwaniin makkaraaran ni fidan turan, marrinuu ni fayyan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachoota adaala Yerusaalemii jiranu, worra dhibameeruu fi worra ayyaana hama'aan qabameeru fidane; isaan martinuu fayyane.