Acts 5:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Hayyichi gudda'aa fi worri isa woliin jiru, ka isa gargaaranu saaduqoota duudii woliin hinaaffa'aan guutamanee ergantoota irratti ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaallicha Guddafi nami isa woliini jiru ch'ufti, ka goli Sadukayo, guddo ergattu qot'isani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Qaallicha Guddaa fi namii isa waliin jiru ka goli Saduqootaa cuftii, guddoo ergamtoota inaafee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni gadootaa ammo gara worra Saduuqoota ta'anii worri isa woliin jiran maruu ka'anii hinaafanii isaan irratti ka'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoonni gadootaa ammoo gara worra Saduqoota ta'anii worri isa woliin jiran maruu ka'anii hinaafanii isaan irratti ka'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamaan qeesotaatii fi isa woliin'llee worri turan, Saduuqoonni marrinuu hinaaffa'aan guutamanii isa irratti ni ka'an,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Hayyichi gudda'aa fi worri isa woliin jiru, ka isa gargaaranu saduqoota duudii woliin hinaaffa'aan guutamanee ergantoota irratti ka'ane.