Acts 5:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Halkan san ammoo ergamaan Waaqaa balbala mana hidha'aa banee, ergantootaan dura deemaa, gad baasee, isaaniin,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo malaikaani Aabbo toko d'ufte, halkani balbala bante, worra hid'aansa keesaa yaafte, waan jetteeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo ergmaan Aabboo tokko halkaan dhufee, balbaloota mana hidhaa babanee, warra hidhaansa keessaa yaasee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Goofta'aa ammo halkaniin mana hidha'aa keessaa banee isaan baasee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan Goofta'aa ammoo halkanniin mana hidha'aa keessaa banee isaan baaseeti,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleyikkan Waaqaa garuu halkaniin balbala mana hidha'aa banee, isaan ni baase,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkan san ammoo ergamaan Waaqaa balbala mana hidha'aa banee, ergantootaan dura deemaa, gad baasee, isaaniin,