Acts 5:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Dhaqa'aatii Galma Waaqaa keessa dhaabbadha'aa, marroo jiruu haareya tanaa, kolba'atti hima'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beena, Mana Waaqa d'aqa, dubbi jireenna hareesa kana hasaa, nama barsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Beenaa, Mana Waaqaa dhaqaa, dubbii jireennaa haareettii tana cufaa gumiiitti haasa'aa!” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Deemaa'a! bayima mana woyyu'uu keessa dhaabadha'aatii dubbii jireennaa kana maraa bani'itti himaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Deema'aa dhaabadha'aatii dubbii jireennaa kana maraa mana woyyuu Rabbii keessatti bani'itti himaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Deemaa! Mana Waaqeffanna'aa keessa dhaabadhaatii, dubbii jireennaa kana maraa ummatatti himaa!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqa'aatii Galma Waaqaa keessa dhaabbadha'aa, marroo jiruu haareya tanaa, kolba'atti hima'a» jedhe.