Acts 5:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri ergamane ammoo, barattoota mana hidha'aa keessaa dhabanee, gara Kora Mura'aa deebi'anee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo shumooti d'ufte mana hid'aansa keesaa worra d'abde, gara jaarole koraa d'at'e iti himte waan jette,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo shuumootii dhuftee mana hidhaa keessaa warra dhabdee, gara jaarrolee koraa dachaatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoonni ergamanii hennaa dhufan mana hidha'aa keessatti isaan hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjatoonni ergamanii hennaa dhufan mana hidha'aa keessatti isaan hin argine. «Deebi'aniiti manni hidha'aallee sirri'itti cufameera, worri eegullee balbala ka dhaabatan argine; hennaa mana hidhaa bannu ammoo, nama tokkochallee keessatti hin argine» isaaniin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni wordiyyootaa garuu gara mana hidhaa dhaqanii, ergamittoota achitti isaan hin arganne, deebi'anii dhufaniiti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri ergamane ammoo, barattoota mana hidha'aa keessaa dhabanee, gara Kora Mura'aa deebi'anee,