Acts 5:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba nami tokko dhufee isaaniin, “Dhage'a'a! Namooti isin mana hidha'aa galchitane Galma Waaqaa keessatti, kolbaa barsiisiisatti jiran!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi toko d'ufe waan worraani jed'e, Ilaala, jari isani mana hid'aansa keesa nat'ani, Mana Waaqa keesa ejaanje biyya barsiisu jira jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan namichii tokko dhufee warraan, “Ilaala, jarii isan mana hidhaansaa keessaa naxan, Mana Waaqaa keessa ejaajjee biyya barsiisuu jiraa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi tokko dhufee, «Kunoo namoonni hiitan sunniin dhaabatanii mana woyyuu keessatti banii barsiisa'aa jiran!» jedha'aa isaanitti hime.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi tokko dhufee kunoo, «Namooni hiitan sun dhaabatanii mana woyyuu keessatti, banii barsiisa'aa jiran!» jedha'aa isaaniti hime.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti naminni tokko dhufeeti, «Isaan mana hidha'aa titti galichitan kunoo! Mana Waaqeffanna'aa keessa dhaabatanii ummata ni barsiisan» jedhee isaantti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba nami tokko dhufee isaaniin, «Dhage'a'a! Namooti isin mana hidha'aa galchitane Galma Waaqaa keessatti, kolbaa barsiisiisatti jiran!» jedhe.