Acts 5:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ergantoota fidanee, Kora Mura'aa dura dhaabbachiisanee, hayyichi guddaan isaan qoree,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi d'ufaniini jaarole kora dura d'ad'aabani, Qaallichi Guddaani worra gaafate waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamtootaa taan dhufaniin jaarrolee koraa dura dhadhaabanii, Qaallichii Guddaan warra qoree,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka bulchaan gadootaa isaan qoruuf fidanii yaa'ii murti'ii afoo isaan dhaaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka bulchaan gadootaa isaan qoruuf fidanii, yaa'ii murti'ii afoo isaan dhaaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fidaniinii'llee yaa'ii durana ni dhaabachiisan, itti gaafatamaan qeesotaa'llee akkana jechuun isaan ni gaafate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ergantoota fidanee, Kora Mura'aa dura dhaabbachiisanee, hayyichi guddaan isaan qoree,