Acts 5:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroosii fi ergantooti worri dhibiin deebisanee, “Nuuti namaaf ajajamuu irra, Waaqaaf ajajamuu qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petrofi ergattuuni d'ibiini waan jetteeni, Nu nama ira Waaqa ch'aqasu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexrosii fi ergamtootii dhibiin deebicheefii, “Nu nama irra Waaqaa caqasuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosii fi ergamtoonnillee deebisanii akkana isaaniin jedhan, «Nama caalaa Rabbii ajajamu'utu nu barbaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosii fi ergamtoonillee deebisanii akkana isaaniin jedhan, «Nama caalaa Rabbii ajajamu'utu nu barbaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexirosii fi ergamittoonni bira'aa garuu akkana jechu'uun ni deebisan, «Namaa ajajamuu irra Waaqaaf ajajamu'utu nuuf mala,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroosii fi ergantooti worri dhibiin deebisanee, «Nuuti namaaf ajajamuu irra, Waaqaaf ajajamuu qanna.