Acts 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos isaan, “Anaaniyaas! Akka ati Ayyaana Woyyicha sodduu fi beesee lafa itti gurguratte akka hambifattu, seexanni yaada keeti akka toowatu maaf itti lakkitte?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan jed'eeni, Anania, Sheet'ani maafi garaa kanke keesa seene, atini Lubbu Qulqulloti kiyyibde, hori argatte gama toko hambifatte?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros, “Anaaniyas, Sheexanii maaf garaa kankee keessa seenee, atin horii oobruu tantee itti gurgurte gama tokko hambifatte Hafuura Qulqullootti kiyibde?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos, «Hannaaniyaa kiyya! Ayyaana Woyyuu sobdee waan lafa itti gurgurte keessaa akka hambifattu seexanni maaf garaa kee keessa guute?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee, «Hannaaniyaa kiyya! Ayyaana Woyyuu sobdee waan lafa itti gurgurte keessaa akka hambifatu seexanni maaf garaa kee keessa guute?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu akkana ni jedheen, «Yaa Anaaniyaas! Hafuura Qulqulluu akka sobdduu fi gurgurttaa lafaa irraa'llee wolakkaa akka hanbifattuuf Sheexanni si taasise, maali'iitiif gara onnee keetii aseene?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos isaan, «Anaaniiyaas! Akka ati Ayyaana Woyyicha sodduu fi beesee lafa itti gurguratte akka hambifattu, seexanni yaada keeti akka toowatu maaf itti lakkitte?