Acts 5:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka Yesuus kalbaa Israa'elii cubbuu irraa deebisee araara cubbu'uu kennuuf, Waaqi sooressaa fi fayyisaa godhee midda ifiititti ol isa fuudheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi la harka mirgicha ufitiini isa guddise, aka inni Gudda keennafi Qarqaarsa keenna tahe, gosa Israeli daba iraa deebise araarama worraa kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii la gara harka mirgicha ufiitti isa fuudhe, akka innii Guddaa keennaa fi fayyisaa keenna ta'ee, gosa Israa'elii cubbuu irraa deebisee araarama warraa kennu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi wonti kana godheef Israa'eliif dhiifamsa cubbu'uu isaanii kennu'uuf dabarsee akka kennamu isa qorsaa fi mataa godhee mirga ufiititti kabajjeen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi wonti kana godheef Israa'eliif dhiifamsa cubbu'uu isaanii kennu'uuf dabarsee akka kennamu isa qorsaa fi mataa godhee mirga ufiititti kabajjeen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni ummata Israa'eeliitiif gara Waaqaa titti deebi'uu fi dhiifama cubbu'uu akka kennuuf, Yesusiin durssa'aa fi Fayyisaa taasisee, mirga isaatiin ulfinnaan akka taa'u isa taasisee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka Yesuus kolbaa Israa'elii cubbuu irraa deebisee araara cubbu'uu kennuuf, Waaqi sooressaa fi fayyisaa godhee midda ifiititti ol isa fuudheera.