Acts 5:32 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan kanaaf dhugaa baatota; Ayyaanni Woyyichi, ka Waaqi worra isaaf ajajamuuf kennulle dhugaa baya'a” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana nuleeni isaa d'uga, nufi Lubbuuni Qulqulloleeni, ta Waaqi worra isa ch'aqasu kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana nulleen isaa dhugaa, nuu fi Hafuurii Qulqulloleen, ka Waaqii warra isa caqasu kennu” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee waan kanaaf raga'a. Akkasuma Ayyaanni Rabbii woyyuun Rabbi worra isaaf ajajamanii kennellee raga'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nullee waan kanaaf raga'a. Akkasuma Ayyaanni Rabbii woyyuun Rabbi worra isaaf ajajamanii kennellee raga'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
waan kanaaf nu ragootaa, Hafuurri Qulqulluun Waaqinni worra ajajamu maraaf kenne'llee, raga'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan kanaaf dhugaa baatota; Ayyaanni Woyyichi, ka Waaqi worra isaaf ajajamuuf kennulle dhugaa baya'a» jedhane.