Acts 5:33 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Korri Mura'aa yennaa waan kana dhage'ane, guddoo aaranee ergantoota ijjeesiisa barbaadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana d'ageennaani garaani isaani guddo gubate, aka ergattu ijeesani mariatani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii waan kana dhageennaan garaani isaan guddoo gubatee, ergamtoota fixuu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee hennaa waan kana dhagayan guddisanii aaranii isaan ajjeesu'uuf yaadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee hennaa waan kana dhagayan guddisanii aaranii isaan ajjeesu'uuf yaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Miseensonni yaa'ii kana yeroo dhagayanitti haalaan dallananii, ergamittoota ajjeesuuf ni barbaadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korri Mura'aa yennaa waan kana dhage'ane, guddoo aaranee ergantoota ijjeesiisa barbaadane.