Acts 5:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa ammoo Fariisaayichi, barsiisaa Seera Muuse'ee te'e, maqaan isaa Gamaali'el ka jedhamu, ka nami duudiin guddoo ulfeessu tokko, Kora Mura'aa keessaa ol ka'ee, ergantoota san yennaa diqqoo ala akka tursiisanu ajaje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi Farisayo toko, ka Seera beekhu, ka nami ch'ufti saadu, ka Gamalieli jed'ani, kora jaarole keesati olejate, Ergattu diqo toko alati baasa jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo namichii Fariisotaa ka Gamali'eli jedhan, ka Seera beeku, ka ammalee namii cuftii guddoo ulfeessu tokko, kora jaarrolee keessatti olka'ee, akka ergmtoota haga diqaa tokkoof alaatti baasaan ajaaje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo barsiisaan seeraa ka banii biratti kabajjama'aa ka maqaan isaa Gamaaliyaal jedhamu Fariisichi tokko yaa'ii murti'ii keessaa ol ka'ee ergamtoota diqqoo akka achi siissan ajajee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo barsiisaan seeraa ka banii biratti kabajjama'aa ka maqaan isaa Gamaaliyaal jedhamu Fariisichi tokko yaa'ii murti'ii keessaa ol ka'ee ergamtoota diqqoo akka achi siissan ajajee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ummata biratti ka kabajamee fi barsiisaa seera ka ta'e, Gamaalyaa ka jedhame Fariisichi miseensa yaa'ii tokko ka'eeti, yeroo muraasaaf ergamittoota akka dabal isaan taasisan ni ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa ammoo Fariisaayichi, barsiisaa Seera Muuse'ee te'e, maqaan isaa Gamaali'el ka jedhamu, ka nami duudiin guddoo ulfeessu tokko, Kora Mura'aa keessaa ol ka'ee, ergantoota san yennaa diqqoo ala akka tursiisanu ajaje.