Acts 5:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba inni kora Mura'aatiin, “Kolbaa Israa'elii! Waan jara tana gootanu irratti ifi eegadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan jaaroleeni jed'e, Isani worra Israeli, waan jara kana tolchitani eegad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jaarroleen, isan warra Israa'eli, waan jara kana tolchitan eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bani'iin akkana jedhe, «Namoota Israa'elii! waan namoota kanniin irratti godhu'uuf taatan irratti uf eeggadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bani'iin akkana jedhe, «Namoota Israa'elii! waan namoota kanniin irratti godhu'uuf taatan irratti uf eeggadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti miseensota yaa'ii'iitiin akkana ni jedheen, «Yaa namoota Israa'eelii! Namoota kanniin irratti waan raawwattaniif ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni kora Mura'aatiin, «Kolbaa Israa'elii! Waan jara tana gootanu irratti ifi eegadha'a.