Acts 5:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ammoo yoo ta Waaqa irraa dhutte teete, isaan balleessuu hin dandeettanu; isin ifiifuu Waaqaan loltanuun ifi dhaggitan” jedheenii jennaan, isaanille gorsa Gamaali'elii fudhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo yo ta Waaqaa taate balleesu indandeetani. Hegeri isani Waaqaani morkitanifa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo yo ta Waaqaa taatee balleessu hindandeettan. Hegerii isan ufiifuu Waaqaan loltanii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo Rabbiin biraa ta'e ammo balleessuu hin dandeettan» jedheen. Maal laataa dhugamaan akka Rabbiin wol lola'aa hin jiraanne»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbiin biraa yoo ta'e ammoo baleessuu hin dandeettan jedheen. Maal laataa dhugamaan akka Rabbiin wol lola'aa hin jiraanne»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa biraa ka dhufe yoo ta'e garuu isaan balleessu'uuf hin danddeettan, gonkumaa Waaqa woliin wol dhabuu isinitti ta'a.» Isaan'llee gorssa Gamaalya'aa ni fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ammoo yoo ta Waaqa irraa dhutte teete, isaan balleessuu hin dandeettanu; isin ifiifuu Waaqaan loltanuun ifi dhaggitan» jedheenii jennaan, isaanille gorsa Gamaali'elii fudhatane.