Acts 5:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ergantoota ol waamanee deebisanee, dhaananee, lammeessoo maqaa Yesuusiitiin akka hin dubbanne ajajane; achiin duuba gad lakkisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dubbi isaa quufe, ergattu yaamani d'aanani, aka worri deebie maqa Yeso Kristotiini nama imbarsiimne seeraani gallakisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii dubbii isaa fudhatee, ergamtoota yaamanii dhaanani, akka Warrii deebi'ee maqaa Yesus Kiristotiin nama hinbarsiimne seeraanii gallakkisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gorsa isaa dhagayanii ergamtootallee ufitti waamanii isaan tuman; maqaa Yesuusiitiinillee akka hin dubbanne seeranii gad isaan dhiisan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan gorsa isaa dhagayanii ergamootallee ufitti waamanii isaan tuman, maqaa Yesuusiitiinillee akka hin dubbanne seeranii gad isaan dhiisan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti ergamittoota gara isaanii waamanii isaan ni dhaansisan, maqaa Yesusii'llee waama'uun akka hin dubbanneef ajajaniiti, isaan gad ni dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ergantoota ol waamanee deebisanee, dhaananee, lammeessoo maqaa Yesuusiitiin akka hin dubbanne ajajane; achiin duuba gad lakkisane.