Acts 5:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti Yesuusiif farriisaa fi salphatiisa akka waan dansa'aatitti laakkowanee, gammadaan Kora Mura'aa biraa gad bayane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ergattuuni ta gammada qabdu kaate jaarole kora biraa yaate, waan Waaqi maro maqa Yesotiifi gaargalafi ch'eera worratiini d'ufeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan ergamtootii waan Waaqii marroo maqaa Yesusiitiif gaargalaa fi ceera warraatiin dhufeef, ta gammada qabdu kaatee jaarrolee koraa biraa yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee maqaa isaatiif tuffatamuun akka waan misha'aatitti fudhatanii yaa'ii murti'ii afo'oo gammada'aa yaa'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee maqaa isaatiif tuffatamuun akka waan misha'aatitti fudhatanii yaa'ii murti'ii afo'oo gammada'aa yaa'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergamittoonni garuu waayee maqaa Yesusiitiif salphinna fudhachuuf ka malan ta'uu isaaniitiin, gammada'aa bakka yaa'ii isaaniitii bayanii ni deeman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti Yesuusiif farriisaa fi salphatiisa akka waan dansa'aatitti laakkowanee, gammadaan Kora Mura'aa biraa gad bayane.