Acts 5:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan guyyuma guyya'aan Galma Waaqaa keessaa fi mana kolba'aa keessatti, Oduu Gammadaa ta Yesuusii Masiihiicha te'ee, barsiisiisaa fi lallabiisa hin lakkinne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa Mana Waaqatiifi mana biyya keesaleti Odu Dansa ta Yeso Kristo odeesani nama barsiisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa cufaa Mana Waaqatii fi mana biyyaa keessalleetti, adoo gargaarii hinkutinuu akka Yesus Kiristoo ta'ee oduu dansaa himanii nama barsiisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa maraa mana woyyu'uu fi mana ufiitittillee waan Yesuusii akka inni Kiristoosiin ta'e barsiisu'uu fi lallabuu hin dhiifne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Guyyaa maraa mana woyyu'uutii fi mana ufiitittillee waan Yesuusii akka inni Kiristoosiin ta'e barsiisu'uu fi lallabuu hin dhiifne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
guyyama guyya'aan'llee Mana Waaqeffanna'aatii fi mana maratti'llee waayee Masihichaa waayee Yesusii, barsiisu'uu fi gammachuu isaa'llee dubbachuu, addaan hin kunne turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guyyuma guyya'aan Galma Waaqaa keessaa fi mana kolba'aa keessatti, Oduu Gammadaa ta Yesuusii Masiihiicha te'ee, barsiisiisaa fi lallabiisa hin lakkinne.