Acts 5:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dargaggooti dhufanee, reeffa isaa maranee, geessanee awwaalane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari kaima toko d'ufe, reefa isaa woyaani mamare d'aqe awaale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii ka'iimaa tokko dhufee, reeffa isaa wayaan mamaree dhaqee awwaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dargaggeeyyiin ka'anii reeffa isaa kafananii baasanii awwaalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dargagoonni ka'anii reeffa isaa kafananii baasanii awwaalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gaayeeyyiin'llee ka'anii reeffa isaa kafananiiti, fidaanii ni awwaalaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggooti dhufanee, reeffa isaa maranee, geessanee awwaalane.