Acts 5:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gara sa'aatii sadiitiin duubatti, haati manaa isaa waan te'eeru adoo hin beekin dhutte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi saa sadifa niitiini isaa, ta waan kana tokole quba inqamne, mana olseente.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii innii du'e gara saatii sadii kanaatti niitiin isaa, ta waan kana tokkoollee quba hinqamne, mana olseente.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sa'aatii sadihiin maayii haati manaa isaa waan ta'e uduu hin dhageenne seente.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sa'aatii sadihiin maayii haati manaa isaa waan ta'e uduu hin dhageenne seente.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Saa'aatii sadiin duubatti haati worraa Anaaniyaasii waan abbaa worraa isi'ii irra gayee uduu hin beekin ni dhuftte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara saatii sadiitiin duubatti, haati manaa isaa waan te'eeru adoo hin beekin dhutte.