Acts 6:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre obboleeyyan, namoota hujii tana itti kenninu, worra maqaa dansaa qabu, ka Ayyaanni Woyyichii fi qarummaan keessa guutte, odduu teessanii namoota torba fila'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani, jiddu teesani keesa nama torba, ka d'uga, fohad'a, nama Lubbu Qulqullooni guutamefi ka qalbi qabu, duuba nu huji tana iti kennina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obbooleeyyan, jidduu teessan keessaa nama torba ka dhugaa, ka Hafuura Qulqulloon guutamee fi ka qalbii qabu, ka nu hujii bulchiisaa tana itti kenninuu foohadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Namoota torbaa worra ragaa mishaa qaban, worra Ayyaana Woyyu'uu fi ogumma'aan guuttaman uf keessaa filaa'a; waan kanaaf isaan muunnaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Worra ragaa mishaa qaban, Ayyaana Woyyu'uu fi ogumma'aan guuttaman, namoota torbaa uf keessaa filaa'a. Waan kanaaf isaan muunnaa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa obboleeyyan kiyya, amala mishaa isaaniitiin ka galateeffatan, Hafuura Qulqullu'uu fi ogumma'aan ka guuttaman namoota torbaa, jidduu keessan filadhaa, isaaniif'llee itti gaafatama kanaaf aangoo ni kenninaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre obboleeyyan, namoota hujii tana itti kenninu, worra maqaa dansaa qabu, ka Ayyaanni Woyyichii fi qarummaan keessa guutte, odduu teessanii namoota torba fila'a.