Acts 6:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo daadimataa fi hujii Jecha Waaqaa lallabiisaatiif yennaa teenna mara kennina” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu guyya ch'ufa Waaqa kad'anne dubbi isaa hasoomna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu ammoo guyyaa cufa Waaqaa kadhannee dubbii isaa haasoomnaa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu ammo Rabbiin kadhachu'uu fi dubbii isaa barsiisu'uun jabaannaa» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu ammoo Rabbiin faate'ee fi dubbii isaa barsiisu'uun jabaannaa» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu garuu kadhanna'aa fi dubbii Waaqaa barsiisu'uun, ni jabaanna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo daadimataa fi hujii Jecha Waaqaa lallabiisaatiif yennaa teenna mara kennina» jedhane.