Acts 6:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jechi Waaqaa badhataa deeme, laakkossi dhugeeffattootaa Yerusaalem keessatti guddataa guddatuma deeme; hayyooti heddulle dhugeeffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini Waaqa guddatte, ammalle henni jara Yeso ka Yerusalemu keesa guddate, qaaloleeni hedduleeni d'ugefatte gula yaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbiin Waaqaa baballaattee, ammallee hennii jara Yesus ka Yerusaalem keessaa guddatee, qaalloleen hedduulleen dhugeeffattee gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan dubbiin Rabbii babadhata'aa deemee; Yerusaalemitti laakkobsi darasootaa guddisee baay'ata'aa deeme. Gadoota keessaa namoonni hedduu worra amanti'iif ajajaman ta'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin Rabbii babadhata'aa deemee, Yerusaalemitti laakkoofsi darasootaa guddisee baayi'ata'aa deeme. Gadoota keessaa namoonni hedduun worra amanta'aaf ajajaman ta'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haala kanaan dubbiin Waaqaa babaldhata'aa waan deemeef, laakkofssi amanttoota Yerusaalemii'llee haalaan baayi'ata'aa ni deeme, qeesota keessa'llee haalaan baayi'een ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Waaqaa badhataa deeme, laakkossi dhugeeffattootaa Yerusaalem keessatti guddataa guddataatuma deeme; hayyooti hedduulle dhugeeffatane.