Acts 6:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isxifaanos badhaadhaa fi hunna Waaqaatiin guutamee baasotaa fi bilbaasota guddaa odduu kolba'aatitti huje.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Stefanoni ka eebafi jabeennaani guutame, jiddu biyya keesati waan mamafi akheekha heddu tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isxifaanos nama eebaa fi jabeennaan guutame, jidduu biyyaa keessatti waan mamaatii fi akeeka hedduu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isxifaanos hunna Rabbiitii fi badhaadhummaa Rabbiitiin guuttamee banii wodhakka'aatti maalale'ee fi malkata guddaa godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isxifaanoos hunna Rabbiitii fi badhaadhummaa Rabbiitiin guuttamee, banii wodhakka'aatti maalale'ee fi malkata guddaa godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isxifaanos kennaa bilisaatii fi humnnaan'llee guutamee, wonittoota maalale'eetii fi baasota ol aanota ummata jiddu'utti ni taasisa ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isxifaanos badhaadhaa fi hunna Waaqaatiin guutamee baasotaa fi bilbaasota guddaa odduu kolba'aatitti huje.