Acts 6:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san Yihudooti miseensota, “Mana waaqeffannaa worra bilisa bayee” jedhamuu, worri Qareena'aatii fi Iskindiriya'aa, worri biyya Qiliiqiya'aatii fi Asiya'aatii dhufane tokko ka'anee Isxifaanositti falmane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari mana Waaqa iti kad'atani ka balcha jed'ani tokofi, Yahudi lafa Kireneti d'ufteefi ta Iskanderia d'ufte, ammalle Yahudiini Kilikia d'ufte Stefanoni morkite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan jarii mana waldeennaa ka balchaa jedhan tokkoo, Yihudii lafa Qareeneetii dhuftee fi ta Iskindriyaa dhufte, ammallee Yihudiin Qiliiqiyaa fi Asiyaa dhufte Isxifaanoosiin morkite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mana sagada Yihuudotaa ta bilisa baaftuu» jedhamtu namoota Qaareena'aatii fi Iskindiriya'aa, worri Kiliqiya'aatii fi Isiyaa keessaa dhufan gariin ka'anii Isxifaanosiin morman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Mana sagada Yihuudotaa ta bilisa baaftuu» jedhamtu namoota Qaareena'aatii fi Iskinidiriya'aa, worri kiliqiya'aatii fi Isiyaa keessaa dhufan gariin ka'anii Isxifaanosiin morman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti, «Mana Waaqeffannaa worra bilisa bayanii» ka jedhame, mana waaqeffannaa namoota Yihudotaatii, Qareena'aa fi namoota Iskidriiyaa, Kiliqiyaa fi Asiya'aa namoonni tokko tokko ka'anii, Isxifaanosiin didu'uun ni mormman ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Yihudooti miseensota, «Mana waaqonfannaa worra bilisa bayee» jedhamuu, worri Qareena'aatii fi Iskindiriya'aa, worri biyya Qiliiqiya'aatii fi Asiya'aatii dhufane tokko ka'anee Isxifaanositti falmane.