Acts 7:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi guddaan, “Wonni siin jedhanu kun dhuga'aa?” jedhee Isxifaanos gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Qaallichi Guddaani, Dubbini tunini d'uga? jed'e gaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Qaallichii guddaan, dubbiin tunin dhugaa? jedhee Isxifaanos gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan gadootaallee, «Dubbiin kun akkanaa?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchaan gadootaallee, «Dubbiin kun akkanaa?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamaa qeesotaa'llee Isxifaanosiin, «Wonitti jedhame kun sirri'i moo?» jechuun ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi guddaan, «Wonni siin jedhanu kun dhuga'aa?» jedhee Isxifaanos gaafate.