Acts 7:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bara san biyya Gibxi'iitii fi Kana'aanii maratti beelti rakkoo guddoo fidde; abbootiin teennalle waan nyaattu dhaggatuu hin dandeenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni beelafi gaargali guddaani lafa Misiritiifi ta Kanaani d'ufe ababooti teennaleeni sagale d'abde.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan bara sun beelaa fi gaargalii guddaan lafa Gibxiiitii fi ta Kanayaan dhufe abaabootii teennaalleen sagalee dhabde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san biyya Misiriitii fi Kana'aaniin marattuu beelaa fi rakkoo gudda'atu dhufe; abbootiin teennallee waan nyaatan dhaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Biyya Misiriitii fi Kana'aaniin maratuu beelaa fi rakkoo gudda'atu dhufe abbootiin teennallee waan nyaatan dhaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti Gibixii fi biyya Kana'aanii mara irratti, beelli rakkinna ol aanaa fide ni ta'e, abbootiin keenna'llee nyaata argachu'uuf hin danddeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san biyya Gibxi'iitii fi Kana'aanii maratti beelti rakkoo guddoo fidde; abbootiin teennalle waan nyaattu dhaggatuu hin dandeenne.