Acts 7:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yaaqoobille biyya Gibxi'ii keessa midhaan akka jiru yenna dhage'e, yennaa jalqabaatiif, abbootii teenna ka te'ane, ilmaan ifii achi erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yakoboni aka mid'aani lafa Misiri keesa jirani d'ageennaani ijoolle isa, ababoota teenna, lafa suniti erge, tuni imaltu worraa ta qarati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo Yaaqoob akka midhaan lafa Gibxii keessa jiran dhageennaan ijoollee isaa, abaaboota teenna, lafa suniitti erge, tun himaltuu warraa ta qaraati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob haga midhaan biyya Misirii jiraachuu dhagaye dura abbootii teenna erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yaaqoobi midhaan biyya Misirii jiraachuu haga dhagaye; dura abbootii teenna erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaaqoob'llee biyya Gibixii midhaan jiraachuu yeroo dhagayetti, yeroo jalqabaatiif abbootii keenna garasi ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoobille biyya Gibxi'ii keessa midhaan akka jiru yennaa dhage'e, yennaa jalqabaatiif, abbootii teenna ka te'ane, ilmaan ifii achi erge.