Acts 7:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Yoseef, worri duudiin nami torbaatamii fi shan martinuu, gara biyya Gibxi'ii akka dhufanu, abbaa ifii Yaaqoobitti erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuni nama erge, abba ufi Yakobofi fiit'a ufii ch'ufa, nama haga torbaatami shani yaame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yoseef nama ergee, abbaa isaa Yaaqobii fi fiixaa ufii cufa, nama haga torbaatamii shanii yaame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseefillee abbaa ufii Yaaqoobii fi maatii ufii namoota torbaatamii shanii firtoota isaa maraa ergee waamsise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yooseefillee abbaa ufii Yaaqoobii fi maatii ufii namoota torbaatamii shanii firoota isaa maraa ergee waamsise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yooseef abbaa isaa Yaaqoobii fi firoota isaa maraa gara isaa ni fichisiise, isaan'llee wolitti qaba'aan namoota torbaatamii shan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef, worri duudiin nami torbaatamii fi shan martinuu, gara biyya Gibxi'ii akka dhufanu, abbaa ifii Yaaqoobitti erge.